#SayNoToWarEthiopia – Afaan Oromo

Download a printable version

Kabajamtoota miseensota raayyaa ittisa biyyaa, poolisii, hidhataa gandaa fi kkf, dhimmi duula tigray irratti hirmaachuu dhiisuu ilaallata.

Hin Duulinaa!

Gaggeesittotni keenya rakkoo fi gadadoon akka jiraannu nu godhu. Isaan ofii isaanitii jireenya miidhagaa fi miidhaan irra hin geenye keessa tahaanii adda waraanaa irraa fagatanii ta’anii jiru. Gara waraanatti him deeminaa, lubbuu keessan du’aaf hin saaxilina. Wayee ijoollee, haadha warraa fi maatii keessanii yaadaa. Waraana kamuu keessatti eenyus mo’ate eenyu kan miidhamu? uummatuma misgiina. Maatiin gaggeesitootaa garuu homaa him tahan ittuu waraana irraa fayyadamoo tahu malee. Motummaan yoo waraana fedhe ofii isaatii adda waraanatti hirmaachun fakkeenyuman ha lolu. Maaloo meeshaa keessan lafa kaahaa. Lakki lubbu kiyya gaggessitootaf jedhe hin dabarsu jedha.

Nagayaa waliin: Sooshal Aktivistoota irraa.

#SayNoToWarEthiopia

==============

SayNoToWarEthiopia – Afaan Oromo

SayNoToWarEthiopia – አማርኛ

SayNoToWarEthiopia – Somali